Acts 2:35 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga anini nyaapa kanke barch'uma miila kanketi tolchuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Haga anin nyaapha kankee barcumaa miila keetii tolchuutti” ’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo inninuu, ‹Gooftaan Gooftaa kiyyaan, diintota kee ejjata luka keetii haga sii godhutti mirga kiyya taa'i› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo inninuu, ‹Gooftaan Gooftaa kiyyaan, diintota kee ejjata luka keetii haga sii godhutti mirga kiyya taa'i› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaa Gooftaa kiyya (Masihichaaf) diinota kee aangoo kee jala haga si taasisutti, mirga kiyyaan taa'i jedheenii jira.