Acts 2:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Tanaaf Yesuusii isin fannittane, Waaqi Gootta'aa fi Masiihii akka godhe kolbaan Israa'elii duudiin dhugumaan beettuu ti!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Israeli ch'ufti ha hubatuuti, aka Waaqi Yeso kana ka isani mukhati fanniftani Aabboofi Kristo tolche!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii Israa'el cuftii, akka Waaqii Yesusii kana ka isan mukaatti fanniftan Aabboo fi Kiristoo tolchee ha hubatuutii!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eeganaa Yesuusii isin fanniftan kana Rabbi Goofta'aa fi Kiristoosiin akka taasise worri gosa Israa'elii maruu dhugamaan haa beekanii!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eeganaa ka isin fanniftan kana Yesuusiin Rabbi Goofta'aa fi Kiristoosiin akkuma taasise worri gosa Isiraa'elii maruu dhugamaan haa beekuu!» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Eegaa kana ka isin fannifttan Yesusiin, Waaqa Goofta'aa fi Masihicha akka isa taasiseen, ummanni Israa'eelii marrinuu qajeelatti haa beeku!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf Yesuusii isin fannittane, Waaqi Gootta'aa fi Masiihii akka godhe kolbaan Israa'elii duudiin dhugumaan beettuu ti!» jedhe.