Acts 2:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waadaan Waaqi gale isiniif, ijoollee teessaniif, worra fagoo jiranuu fi worra Goottaan Waaqi keenna waameefille'eef” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kakhu Waaqa isanifi ilmaani teesani kakhatani, ammalle ta eegi tana d'alattule — worra Aabbo Waaqi keenna ufiiti yaamu ch'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka kakuu Waaqaa isanii fi ilmaan teessan, ammallee warra fagoo jiruu ka Aabboo Waaqii keenna ufiitti yaamu cufa kakatan” jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii abdi'iillee isinii fi ijoollee teessaniif, worra Waandhi Gooftaan keenna gara ufii waamuuf, worra fagoo jiran maraafuu waan ta'eef» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbii abdi'iillee isiniif ijoollee teessaniif worra Waandhi Gooftaan keenna gara ufii waamuuf, worra fagoo jiran maraafuu waan ta'eef» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubbiin abddii isaa isinii fi ijoollee keessaniif, Waaqinni Gooftaan keenna gara ufii worra isaan waamuuf, fagoo worra jiran maraaf'lle'e.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waadaan Waaqi gale isiniif, ijoollee teessaniif, worra fagoo jiranuu fi worra Goottaan Waaqi keenna waameefille'eef» jedhee deebise.