Acts 2:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos jecha hedduu dhibi'iin dhugaa isaanitti bayee, “Dhaloota badaa kanatti waan dhufu'uu jiru jalaa ifi baasa'a” jedhe gorse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni dubbi tanaafi ta d'ibileeni worra gorse waan jed'e, Gaargala d'aloota hama kanati d'ufu duraa ufi baasa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros dubbii tanaa fi ta dhibiileen warra gorsee, “Gaargala dhaloota hamaa kanaatti dhufu duraa ufii baasaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jecha biraallee heddu ragee, «Dhaloota dabaa kana jalaa uf oolchaa'a» jedhee isaan gorse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jecha biraa heddu ragee, «Dhaloota dabaa kana jalaa uf oolchaa'a» jedhee isaan gorse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka biraa'llee dubbii baayi'e'een ragaa baya'aa, «Dhaloota hamaa kana irratti balaa dhufu jalaa, mataa keessan baasaa!» jechuun isaan ni gorsse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos jecha hedduu dhibi'iin dhugaa isaanitti bayee, «Dhaloota badaa kanatti waan dhufu'uu jiru jalaa ifi baasa'a» jedhe gorse.