Acts 2:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri hedduun waan inni jedhu dhugeefatee cuuphame; gaafas dhugeeffattooti gara kuma sadii dabalamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni dubbi isaa d'ugefate batifame, nami haga kunki sadi gumiti darame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hedduun dubbii isaa dhugeeffatee cuuphamee, guyyaa sun namii haga kuma sadii gumiitti idaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa worri dubbii fudhatan cuuphaman; guyyaa san namoonni kuma sadihii isaanitti eda'aman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri dubbii fudhatan cuuphaman; guyyaa san namoonni kuma sadihii isaanitti eda'aman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessaa baayi'eewwan dubbii isaa fudhatanii ni cuuphaman, guyyaa sanitti amanittoonni kuma sadihi ka gayan ni dabalaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hedduun waan inni jedhu dhugeeffatee cuuphame; gaafas dhugeeffattooti gara kuma sadii dabalamane.