Acts 2:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqalle leellifataa, nami duudiille isaan ulfeessaaraayyu. Goottaalle guyyuma guyya'aan worra fayyanu isaanitti dabale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa faarsani, biyyiti ch'ufti worra jaalatte. Guyya ch'ufa Aabbooni nama baafamu gumiti dare.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa faarsanii, biyyitii cuftii warra jaalatte. Guyyaa cufa Aabboon nama baafamu gumiiitti dare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiinillee hin galatoonfatan; banii maraa afo'otti gaachena qaban ture. Gooftaanillee worra fayyan guyyama guyya'aan isaan irratti eda'a'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiinillee hin galatoonfatan; banii maraa afo'otti gaachena qaban ture. Gooftaanillee worra fayyan guyyama guyya'aan isaan irratti eda'a'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan'llee ni galateeffatan turan, naminni marri'llee isaan ni kabaja ture, Waaqinni'llee namoota fayyan guyyama guyya'aan, gara miseenssa isaanii ni dabala ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqalle leellifataa, nami duudiille isaan ulfeessaayyu. Goottaalle guyyuma guyya'aan worra fayyanu isaanitti dabale.