Acts 2:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan baaseffataa maadeffataa, “Kunoo worri akkana dubbataaranu duudiin worra Galiilla'aatii motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti guddo maadefate waan jed'ani, Me ilaala, worri dubbatu kunini ch'ufti worra Galilayatiyu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii guddoo maadefatee, “Warrii dubbatu kun cuftii warra Galiilatiinii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kunniin worri akkana dubbatu maruu namoota Galiila'aatii mii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Kunniin worri akkana dubbatu maruu namoota Galiila'aatii mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maalalffachu'uu fi dinqisiiffachuun'llee akkana ni jedhan, «Kunniin worri akkana dubbatan marrinuu, namoota Galiilaatii mitii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan baaseffataa maadeffataa, «Kunoo worri akkana dubbataaranu duudiin worra Galiilla'aatii motii?