Acts 20:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos ammoo gad bu'ee, gad itti jedhee hanqafatee, “Hin rifatina'a! Lubbuun isaa keessaa jirti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni gadibue isati gadijed'e, iti mamarate waan jed'e, Inahiina, inni indoone.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos mana irraa gadbu'ee gadjedhee, isaatti mammaratee, “Hin nahiinaa! innii hindoonee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos gad bu'ee irratti kufee ammateenii, «Lubbu'uun jiraa hin wocinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloosillee gad bu'ee irratti kufee ammateenii «Lubbu'uun jiraa hin wocinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Phaawulos bu'ee mucaa irratti gad jechuun yoo ammatuun, «Amma'llee lubbuun ni jira, hin nayinaa!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos ammoo gad bu'ee, gad itti jedhee hanqafatee, «Hin rifatina'a! Lubbuun isaa keessaa jirti» jedhe.