Acts 20:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos karaa lafa irraa qachaa Asosii dhaqiisaaf waan yaadateef, nuuti isaan dura qachaa Asosii dhandhee, hoboloo akka isa yaabbachinnu waan nu ajajeef, tana goone.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni haga Aso miilaani deemaa kanaani, Hobolooni koota arti na fuud'a nuuni jed'e, duuba nu hobolooni dabare Aso yaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos “Anin haga Asos miilaan deemaa, isan kanaan hoboloon koottaa artii na fuudhaa!” nuun jedhee, duuba nu hoboloon dabaree Asos yaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu ammo Phaawuloosiin simachuun waan nu barbaachisuuf firrifnee gara markabaa deemnee gara Asoonii deemu'uuf kaane; inni lafoo deemuu waan yaadeef akkana nuun jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu ammoo Phaawuloosiin simmachuun waan nu barbaachisuuf firrifnee gara markabaa deemnee, gara Asoonii deemu'uuf kaane; inni lafoo deemuu waan yaadeef, akkana nuun jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulosiin saalfachiisuuf waan yaanneef nu durssinee, dooniin gara Asoosii ni deeminne, kana'llee wonitti raawwanneef, Phaawulos haga Asoosii miilaan deemuuf waan muritteessee fi kana'llee akka raawwanneef, waan nu ajajeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos karaa lafa irraa qachaa Asosii dhaqiisaaf waan yaadateef, nuuti isaan dura qachaa Asosii dhandhee, hoboloo akka isa yaabbachiinnu waan nu ajajeef, tana goone.