Acts 20:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos kutaa biyya Asiya'aa keessatti turuu waan hin barbaadiniif, gara Efesoonii goruu lakkisee, hobolo'oon dabaru'uuf murteeffate. Yoo dande'ante guyyaa jila shantameesso'oo ta “Phenxeqostee” jedhantu Yerusaalem geyisaaf ariifateeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni aka hobolooni Efeso biraa dabru kutate, maro Asia keesati turu imfeeneefi. Inni arifate aka yo dandae, ato guyyaani Pentekoste ingahiini Yerusalemu gahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos marroo Asiyaa keessa turuu hin feeneefii, akka hoboloon Efesoon bira dabruu kutate; akka yo danda'e adoo guyyaaan shantameessoo ka “Phenxeqostee” jedhan hinga'in hariifatee Yerusaalem ga'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos akka guddisee Isiyaa keessa hin turreef Efesooniin gad dhiisu'uuf waan muratee jiruuf, yoo danda'ameef ayyaana shantameesso'oo Yerusaalemiin keessa oolu'uuf ariifate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos Isiyaa keessa guddisee akka hin turreef, Efesooniin gadi dhiisu'uuf muratee waan jiruuf, yoo danda'ameef ayyaana shantamaffa'aa Yerusaalemiin keessa oolu'uuf ariifate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos Asiya'atti yeroo isaa akka hin balleesineef jedhee Efesooniin bira dabrre deemu'uuf ni barbaade, kana'llee ka raawwateef ayyaanna Phenxeqosxe'eetiif Yerusaalemtti argamuuf, yaadee waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos kutaa biyya Asiya'aa keessatti turuu waan hin barbaadiniif, gara Efesoonii goruu lakkisee, hobolo'oon dabaru'uuf murteeffate. Yoo dande'ante guyyaa jila shantameesso'oo ta «Phenxeqosxee» jedhantu Yerusaalem geyiisaaf ariifateeraayyu.