Acts 20:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan gara isaa yennaa dhufane, inni isaaniin, “Ani guyyaa qara lafa Asiya'aa dhufeen jalqabee, yennaa duudii attam akka isin woliin jiraadhe isinuu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gara Paulo d'ufe duuba inni waan worraani jed'e: Haga guyya qara ka anini Asia d'ufe, aka anini oole bule imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii gara isaa dhumnaan, “Haga guyyaa qaraa ka Asiyaa dhufeetii jalqabee, akka anin jidduu teessan oole bule isanuu inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara isaa dhufan inni akkana isaaniin jedhe. «Urga Isiyaa seenee jalqabee gara laafummaa maraan imimmaaniin mala Yihuudonni natti dhayaniin rakkadhullee Goofta'aa ajajama'aa bara maraa attamitti akka isin woliin jiraadhe isinuu hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara isaa dhufan inni akkana isaaniin jedhe. Isiyaa urga seenee jalqabee gara laafummaa maraan imimmaaniin mala Yihuudonni natti dhayaniin rakkadhullee Goofta'aa ajajama'aa bara maraa isin woliin attamitti akka jiraadhe isinuu hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara isaa'llee yeroo dhufanitti akkana isaaniin ni jedhe, «Gara Asiyaa guyyaa itti galee jalaqabee, yeroo maraa isin woliin attamitti akka jiraadhe isin ni beekittan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara isaa yennaa dhufane, inni isaaniin, «Ani guyyaa qara lafa Asiya'aa dhufeen jalqabee, yennaa duudii attam akka isin woliin jiraadhe isinuu hin beettan.