Acts 20:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma kunoo achitti waan anatti dhufu adoo hin beekin, akeettii Ayyaana Woyyichaatiin Yerusaalem dhaqaara.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma anini gara Yerusalemu d'aquu jira, waan Lubbuuni Qulqullooni na deemsifteefi; ammo waan achiti tahu imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma adoo waan achiitti natti dhufaa hinbeekin, marroo Hafuurii Qulqulloon na deemsiseef gara Yerusaalem dhaquu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee ani Ayyaana Woyyu'uu ajajamee gara Yerusaalemii deema. Achittillee maaltu akka na irra gayu hin beeku.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee ani Ayyaana Woyyu'uuf ajajamee gara Yerusaalemii hin deema. Achittillee maaltu akka narra gayu hin beeku.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma'llee yeroo achi gayu maalttu akka narra gayu uduu hin beekin, Hafuura Qulqulluun ajajamee, gara Yerusaalemii deemuu kiya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma kunoo achitti waan natti dhufu adoo hin beekin, akeettii Ayyaana Woyyichaatiin Yerusaalem dhaqaara.