Acts 20:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani odduu teessan deddeebi'ee, marroo mootummaa Waaqaa lallabeera; amma ammoo, nami tokkolle deebi'ee akka ana hin dhaggine hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, aka isaaniini ch'ufti, ka anini jiddu teesaniti Finna Waaqa hasae, fuula kiyya deebitani ingarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin akka isaaniin cuftii, ka anin jidduu teessaniitti Mootummaa Waaqaa haasa'e, fuula kiyya itti deebitanii hingarre inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee kunoo ani jeennata Rabbii hima'aa wonti isin jidduu deddeebi'eef isin maruu ammaa achi akka na hin argine hin beeka.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee kunoo ani jeennata Rabbii hima'aa wonti isin jidduu deddeebi'eef, isin maruu ammaa achi akka na hin argine hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Haga ammaa titti isin mara jidduu dedeebi'aa, waayee Mootummaa Waaqaa lallabee ture, ammaa achitti garuu isin keessa eennu'llee, gonkumaa fuula kiyya akka hin argine ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani odduu teessan deddeebi'ee, marroo mootummaa Waaqaa lallabeera; amma ammoo, nami tokkolle deebi'ee akka na hin dhaggine hin beeka.