Acts 20:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf dammaqa'a! Ani woggaa sadi halkanii fi guyyaa adoo gargar hin kutin imimmaaniin, tokko tokkoo keessan akka gorse qaabadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi eegad'a, qaabad'a, aka anini haga ganna sadi halkaniifi guyya nama ch'ufa imimaaniini gorse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf dammaqaa! akka anin adoo gargarii hinkutin imimmaaniin haga ganna sadii halkanii guyyaa nama cufaa gorse, qaabadhaa.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu woggaa sadihii halkanii fi guyyaa imimmaaniin isin maraa gorsuu akka addaan hin kunne yaadata'aa jabaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu woggaa sadihii halkanii fi guyyaa imimmaaniin isin maraa gorsuu akka addaan hin kunne yaadata'aati jabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf tokko tokkoo keessan, woggaa sadihi halkanii fi guyyaa, imimmaan kiyya jissaa akka isin gorsse yaadataa, ufi eeggadhaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf dammaqa'a! Ani woggaa sad halkanii fi guyyaa adoo gargar hin kutin imimmaaniin, tokko tokkoo keessan akka gorse qaabadha'a.