Acts 20:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Amma ani eeddoo Waaqaatitti, badhaadha ergaa isaa ka isin ijaariisa dande'uu fi eebba Waaqi kolbaa ifii duudi'iif kennutti, isin kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana harka Waaqatiifi dubbi eeba isaati isani lakisa. Isiini dandeete isani jabeesite worra qulqullo woliini d'aala isani kenniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ani amma harka Waaqatii fi dubbii eebbaa ta isan jabeesitee warra qulqulloo waliin dhaala isanii kennuu dandeetuutti isan kennadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Rabbiif akka jabaattan woyyoota maraa jiddu'utti Rabbii ristii akka argattan godhuu danda'uuf dubbii badhaadhummaa isaatitti yaboo isin kenneera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee Rabbiif akka jabaatan woyyoota maraa jiddu'utti Rabbii ristii akka argatan godhuu danda'uuf dubbii badhaadhummaa isaatitti yaboo isin kenneera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Amma'llee isin ijaaru'uu fi qulqullaayomota jiddu'utti'llee qabiyyee isinii kennuu Waaqa dandda'uu fi dubbii kennaa bilisaa titti'llee, yaboo kennee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Amma ani eeddoo Waaqaatitti, badhaadha ergaa isaa ka isin ijaariisa dande'uu fi eebba Waaqi kolbaa ifii duudi'iif kennutti, isin kenneera.