Acts 20:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Anaa fi worra ana woliin jiruuf waan barbaachisu maraa dhaggatiisaaf harka kiyyaan akka huje isinuu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, isanileeni imbeetani, aka anini harka kiyyaani waan anini fed'ufi waan waheli kiyya fed'u ch'ufa hojad'e argad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka anin waan naa fi warra waahela kiyyaallee, feesisaa cufaa harka kiyyaan hojjadhee isanuu inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harki kiyya kunniin waan barbaachisu anaa fi worra ana woliin jiraniif akka tajaajileen isinuu hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Harki kiyya kunniin waan barbaachisu anaa fi worra ana woliin jiraniif akka tajaajileen isinuu hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Harkuma kiyyaan hojjata'aa mataa kiyya ta'ee waahellan kiyya'llee ni gargaara akka ture, mataan keessanuu ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anaa fi worra na woliin jiruuf waan barbaachisu maraa dhaggatiisaaf harka kiyyaan akka huje isinuu hin beettan.