Acts 20:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos tana dubbatee fixeen duubba, isaan woliin jilbiiffatee daadimate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi akasi dubbate, inni jilbifate worra ch'ufa woliini Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos eegii akkasi dubbate jilbifatee warra cufa waliin Waaqaa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana jedhee jilbiiffatee isaan maraa woliin Rabbiin kadhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana jedhee jilbiinfatee isaan maraa woliin faateffate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Phaawulos isaan mara woliinuu, jilibiiffatee ni kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos tana dubbatee fixeen duuba, isaan woliin jilbiiffatee daadimate.