Acts 20:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Keessattuu inni isaaniin, haganaa achii deebitanee ana hin dhaggitanu waan jedheef guddoo gaddane; achiin duuba isaan haga hobolo'oo isa woliin deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro dubbi inni dubbate, Isani deebitani fuula kiyya inargitani jed'eefi guddo lalefatani. Duuba haga hobolo isa gegeesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii guddoo laaleffate; waan innii akka warri deebi'ee isa hin garre dubbateef. Mar. roo dubbiin innii, akka warrii itti deebi'ee fuula isaa hingarre dubbate, warra guddoo laaleffachiifteef. Duuba warrii haga hoboloo isaa geggeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Keessaayyuu «Ammaa achi fuula kiyya hin argitan» waan jedheef, guddisanii gaddanii haga markabaa isa geegessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Keessaayuu ammaa achi fuula kiyya hin argitan waan jedheef, guddisanii gaddanii haga markabaa isaa geegessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa worri haalaan gaddan, «Ammaa achitti fuula kiyya hin argitan» isaaniin jedhee waan tureef, haga donii titti ni geegessaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Keessattuu inni isaaniin, haganaa achii deebitanee na hin dhaggitanu waan jedheef guddoo gaddane; achiin duuba isaan haga hobolo'oo isa woliin deemane.