Acts 20:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sophaaxros ilmi Phiirosii nama Beriya'aa, Arisxaarkosii fi Sekundos nami Tasaloniiqe'ee, Gaayos nami Derbe'ee, Ximootewos, Xikiqoosii fi Xirofomoos nami Asiya'aa, Phawuloos woliin deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sopatroni ilmi Piro ka dira Beroya d'ufe isa gula deeme ammalle jari kunileeni isa gula yae; Aristakofi Sekundo, worra lafa Thesaloniketifi Gayo lafa Derbetifi Timotheofi Tikikofi Trofimo, worra Asia.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sophaaxros ilmii phiiros namii dira Beriyaa, dhufee isa gula deemee, ammallee Arisxaarkosii fi Sekundos warrii Tasaloniqee, Gaayos namii Derbee, Ximotewosis, Xikiqoosii fi Xrofimoos warrii Asiyaa, Phaawulosii waliin yaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isa geegessan, Susiphaxiroosii Beeriya'aa, namoota Tasolonqee keessaa, Arsixirookoosii fi Sikonduus, Gaayiyyoosii Darbe'ee, Ximootewoos, Tikiqoosii fi Xirofimoos fa'a godina Isiya'aa keessaa isa woliin deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri isa geegessan, Susiphaxiroosii Beeriya'aa, namoota Tasolonqee keessaa, Arsixirookoosii fi Sikonduus, Gaayiyyoosii fi Ximotewoosii Darbe'ee namoonni Isiya'aa Tikiqoosii fi Xirofmoosiin fa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Sophaaxrosii Phiiros biyya Beeriyaatii, Arisxaarkosii fi Sekundos Tasaloonqee, Gaayos ammoo Derbee, Xikiqoosii, Tikiqoosii fi Xiromifoos Asiyaa, woliin ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sophaaxros ilmi Phiirosii nami biyya Beeriya'aa, Arisxaarkosii fi Sekundos nami biyya Tasalonqe'ee, Gaayos nami biyya Derbe'ee, Ximootewoos, Xikiqoosii fi Xirofimoos nami biyya Asiya'aa, Phawuloos woliin deemane.