Acts 21:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti guyyaa hedduu Qiisaariyaa bubbulleen duuba, raagichi Agaabos jedhamu tokko biyya Yihuda'aatii dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi nu diqo achi turre, raagi Agabo jed'ani toko, Yudea d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii nu diqqoo achi turre, raagii Agaabos jedhan tokko, Yihudaa dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu guyyaa hedduu achi teennee jirru, namichi raagu ka Agaaboos jedhamu tokko Yihuudi'ii gad dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa hedduu achi teenee uduu jirru, namichi raagu ka Agaaboos jedhamu tokko Yihuudi'ii gad dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyoota baay'eef yeroo achi teennetti'llee, nabiyyichi Agaabos jedhamu tokko, biyya Yihudaatii ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti guyyaa hedduu Qiisaariyaa bubbulleen duuba, raagichi Agaabos jedhamu tokko biyya Yihuda'aatii dhufe.