Acts 21:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tana yennaa dhageenne, nuutii fi kolbaan achi jirtu, akka Phawuloos gara Yerusaalemii hin dhandhe kadhanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana d'ageennaani nufi worri sunileeni Paulo kad'anne aka inni Yerusalemu ind'anne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana dhageennaan nuu fi warrii achi jiruulleen akka innii Yerusaalem hindhanne Phaawulos kadhanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kana dhageenne nu'uu fi worri achi jiranillee gara Yerusaalemii akka hin baane kadhanneen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa kana dhageenne nu'uu fi worri achi jiranillee gara Yerusaalemii akka hin baane kadhanneen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana yeroo dhageennutti nu fi namoonni achi jiran'llee, Phaawulos gara Yerusaalemii akka hin deeminneef, ni kadhanneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana yennaa dhageenne, nuutii fi kolbaan achi jirtu, akka Phawuloos gara Yerusaalemii hin dhandhe kadhanne.