Acts 21:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo deebisee, “Maaf boottanee, guddoo ana gaddisiittan? Ani hidhamuu qofa adoo hin ite'in, marroo maqaa Goottaa Yesuusiitiif Yerusaalem keessatti du'iisaafille qophoyeera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Pauloni waan jed'e, Isani maani tolchitani, ka bootani garaa na yakitani? Anini aka na hid'ani ch'alla inkurfefanne, ammo aka Yerusalemuti maro maqa Aabbo Yesoti duu kurfo jira jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phaawulos, “Isan maan tolchitanii, boottanii garaa na yakitani? Anin hidhamuu callaa adoo hinta'in maqaa aabboo Yesusiiti jedhe, Yerusaalem keessatti du'uufuu kurfoo jiraa” jedhee nuu deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos ammo deebisee, «Booya'aa qalbii tiyya shukulsiisuun keessan maali'i? Ani waan Goofta'aatii fi waan maqaa Yesuusiitiif Yerusaalemitti du'u'uuf qophaayeera; hidhamuu calla'aafii miti» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos ammoo deebisee, «Booya'aati qalbii tiyya shukulsiisuun keessan maali'i? Ani waan Goofta'aatii fi waan maqaa Yesuusiitiif Yerusaalemitti du'u'uuf qophaayeera; hidhamuu caalla'aafii miti» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos garuu, «Akkanatti booyaa, waayee maaliif, onnee kiyya gaddaan cabsstan? Ani waayee maqaa Gooftaa Yesusiitiif, Yerusaalemtti hidhamuu qofaaf uduu hin ta'in, du'uuf'llee qophaaya'a» jechuun ni deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo deebisee, «Maaf boottanee, guddoo na gaddisiittan? Ani hidhamuu qofa adoo hin ite'in, marroo maqaa Goottaa Yesuusiitiif Yerusaalem keessatti du'iisaafille qophoweera» jedhe.