Acts 21:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gorsa keenna dhage'uu dhannaan, “Fedha Gootta'aa te'u ti” jennee lakkinne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sosobamu dinnaani Fed'iini Aabbo ha taatu jenne galakimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii sosobaamuu dinnaan, “Fedhiin Aabboo ha taatuu” jennee ga lakkimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni gorsallee fudhachuu dide; «fedhiin Goofta'aa haa ta'u» jennee cadhifne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa inni gorsallee fudhachuu dide, fedhiin Rabbii haa ta'uu jennee cadhifne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gorssa keenna'llee hin fudhadhu yeroo jedhetti garuu, «Eegaa akka fedhii Waaqaa haa ta'u» jennee, ni dhiifinneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gorsa keenna dhage'uu dhannaan, «Fedha Gootta'aa te'uu ti» jennee lakkinne.