Acts 21:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma waan nuuti sitti hinnu godhi! Nu keessa namooti afur ka woreega qabanu jiran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini duuba waan nu siti himnu tolchi. Nama afuri qamna, ka kakhate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma atin waan nu sitti himnu tolchi! Nama kakuu Waaqaa gale afur qamnaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota woreega uf irraa qaban arfan nu bira jiran kanniin qabadhuu isaan woliin qulqullaayi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni silata uf irraa qaban arfan nu bira jiran kanniin qabadhuu isaan woliin qulqullaayi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaaf waan nu'u siin jennu raawwadhu, nu jidduu guduunffaa worri qaban, namoota afurittu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma waan nuuti sitti hinnu godhi! Nu keessa namooti afur ka woreega qabanu jiran.