Acts 21:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan tanaan qara Xirofimoosii nama Efesoonii isa woliin qachaa keessatti waan dhagganeef, Phawuloos gara Galma Waaqaa waan isa fidee seeneen seyanee, tana jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi worri nama Efeso, toko, ka Trofimo jed'ani, Paulo woliini dira keesati argani, waan Pauloni Mana Waaqaa isa seensise sehani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif warrii nama Efesoon, tokko, ka Xirofimoos jedhan, Phaawulos waliin dira keessatti argee, waan Phaawulos mana Waaqaa isa seensise sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kana jedhaniif waan Phaawuloos namicha Efesoonii ka Xiroofimoos jedhamu woliin hennaa qachaa seenu arganiif Phaawuloos isa mana Woyyumma'aa waan seensise seeyaniiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Xiroofimoos Efesooniin isaan woliin qacha'attii arganii waan Phaawuloos gara mana woyyu'uu isa seensise seeyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee waayeen jedhaniif, asiin durana dhalataan biyya Efesoonii Xirofimoosiin, isaan woliin magaalatti arganiinii waan jiraniif, Phaawulos isa qabatee gara Mana Sagadaa waan aseene, isaantti fakkaatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan tanaan qara Xirofimoosii nama biyya Efesoonii isa woliin qachaa keessatti waan dhagganeef, Phawuloos gara Galma Waaqaa waan isa fidee seeneen seyanee, tana jedhane.