Acts 21:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf inni loltootaa fi qondaaltotaa fudhatee, rukkisaa gara kolba'aa dhaqe; kolbaalle yennaa isaa fi loltoota isaa dhaggite, Phawuloos dikuu lakkitte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni maro tokotu askartiifi jara gugurda askarti fuud'e, gara worra suni oriani. Gudda askartitiifi askarti arginaani Paulo d'aanu lakisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii yoma tokkoon warra warraanaatii fi jara gugurdaa warra waraanaa fuudhee, gara warra sunii ori'ani. Warrii guddaa warraa waraanaatii fi warra waraanaa arginaan Phaawulos dhaanu lakkise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee hennama san loltoota ajajaa dhibbaa woliin qabatee fiiga'aa gara isaanii dhaqe; isaanillee hennaa ajajaa loltoota kumaa argan Phaawuloosiin tumuu dhiisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee hennama san loltoota ajajaa dhibaa woliin qabatee fiiga'aa gara isaanii dhaqe, isaanillee hennaa ajajaa loltoota kumaa argan, Phaawuloosiin tumuu dhiisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf inni lolttoota fi ajajoota dhibbaa isaa ufi biratti qabatee, dadafaan fiigaa gara namootaa ni dhaqe. Namoonni'llee ajaja'aa fi loltoota yeroo arganitti, Phaawulosiin dhaanuu ni dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf inni loltootaa fi qondaaltotaa fudhatee, rukkisaa gara kolba'aa dhaqe; kolbaalle yennaa isaa fi loltoota isaa dhaggite, Phawuloos dikuu lakkitte.