Acts 21:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajaan kumaa Phawuloositti dhikaatee, isa qabee wodaroo sibilaa lamaan akka hidhamu ajaje. Achiin duuba inni, “Namichi kun eennu? Inni maan balleesse?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddaani askarti iti d'iaate, Paulo qabe, Haada sibiila lamaani hid'a jed'e. Jennaani, Nami kuni eennu, maani yake? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddaan warra waraanaa itti dhi'aatee, Phaawulos qabee, “Haada sibiilaa lamaan hidhaa!” jedhe. Jennaan eegee ammoo, “Namii kun eennu, maan yakke?” jedhe gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san ajajaan loltuu kumaa itti dhufee qabee haada sibiilaa lamaan akka hidhamu ajajee, «Inni eennuun akka ta'ee fi maal akka godhe» gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san ajajaan loltuu kumaa itti dhufee qabee shiboo sibiilaa lamaan akka hidhamu ajajee, «Inni eennuun» akka ta'eef «Maal akka godhe» gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajaan'llee dhiyaatee Phaawulosii qabeeti, birbiraata lamaan akka hidhamu ni ajaje, kanaan duubatti eennuun akka ta'ee fi maal akka raawwate'llee beekuuf barbaadee, ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan kumaa Phawuloositti dhikaatee, isa qabee wodaroo sibiilaa lamaan akka hidhamu ajaje. Achiin duuba inni, «Namichi kun eennu? Inni maan balleesse?» jedhee gaafate.