Acts 21:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Loltooti gara addee quttii loltoota ifiititti, Phawuloos seensisiisaaf yennaa dhikaatane, inni ajajaa woraana Rooma'aatiin, “Wo dubbadhuu?” jedhe. Ajajaalle, “Afaan Giriikii beettaa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato mana askartiti geesanu, Pauloni waan gudda askartitiini jed'e, Siini dubbachu fed'a. Inni, Afaani Griki dubbachu imbeeta? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo mana warra waraanaa geessanuu, Phaawulos guddaa warra waraanaatiin, “Siin dubbachuu hindana'aa?” jennaan innii, “Afaan Griikii dubbachuu inbeettaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara gandaa isa dhiyeessan Phaawuloos ajajaa loltuu kumaatiin, «Waan tokko akka sitti himu naa eeyyamtaa?» jedhe. Innillee, «Afaan Giriikii hin beettaa? jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara gandaa isa dhiyeessan Phaawuloos ajajaa loltuu kumaatiin, «Waan tokko akka sitti himu naa eeyyamtaa?» jedhe. Innillee, «Afaan Giriikii hin beettaa? jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lolttoonni gara mooraa isaanii ka woraanaa titti isa aseensisu'uuf yeroo dhiyaatanitti Phaawulos ajajaa woraanaatiin, «Waan tokko akka isi'itti himuuf naa ni eeyyamttaa?» jedheen. Ajajaan'llee «Afaan worra Giriikii beekitta ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti gara addee quttii loltoota ifiititti, Phawuloos seensisiisaaf yennaa dhikaatane, inni ajajaa woraana Rooma'aatiin, «Wo dubbadhuu?» jedhe. Ajajaalle, «Afaan Giriikii beettaa?