Acts 21:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffattoota achi jiranu barbaannee dhagginee, torbaan tokko isaan woliin turre. Isaan Ayyaana Woyyichaan sooreffamanee, akka Phawuloos gara Yerusaalemii hin dhandhe itti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara Yeso arginaani haga guyya torba achi teenne. Worri jabeenna Lubbu Qulqullotiini Paulo iti hime aka inni Yerusalemu ind'anne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jara Yesus arginaan haga torbaan tokkoo achi isaan bira teenne. Warri jabeenna Hafuura Qulqullotiin akka Phaawulos Yerusaalem hindhandhe itti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee Phaawuloos gara Yerusaalemii akka hin baane Ayyaana Woyyu'uun kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota achitti arginee, guyyaa torbaa teenne. Isaanillee Phaawuloos gara Yerusaalemii akka hin baane Ayyaana Woyyu'uun kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti amantootaa barbaannee arganneeti, isaan woliin guyyaa torbaa ni ture. Isaan'llee Hafuura Qulqulluun qajeelffamanii Phaawulosiin, «Gara Yerusaalemii hin deeminni!» jedhanii itti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffattoota achi jiranu barbaannee dhagginee, torbaan tokko isaan woliin turre. Isaan Ayyaana Woyyichaan sooreffamanee, akka Phawuloos gara Yerusaalemii hin dhandhe itti himane.