Acts 21:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba nageya wolitti dhaannee, hoboloo guddittii yaabbannee, isaan gara mana ifii deebi'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nagaya wolti d'aamanne hobolo duunne, worri worra ufiti gale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nagaa walti dhaamannee nu hoboloo duunnee, warrii deebi'ee warra ufiitti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa nagaya wolitti dhaamannee markaba keessa seenne. Isaanillee gara mana ufii deebi'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nagaya wolitti dhaamannee markaba keessa seenne. Isaanillee gara mana ufii deebi'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti nu yoo doonii yaabbanu, isaan gara mana isaanii ni deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nageya wolitti dhaannee, hoboloo guddittii yaabbannee, isaan gara mana ifii deebi'ane.