Acts 21:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Boruyyaa achii kaanee qachaa Qiisaariya'aa geennee, namoota torba ka ergantoota gargaariisaaf filamane keessaa tokko ka te'e, gara mana Filiphoosii lallabaa Wongeelaa dhandhee, isa bira bubbulle.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya kaane Kaisaria d'umne. Mana Filipo, nama Odu Dansa hasau, seenne woliini teenne. Inni jara torbaani Yerusalemuti fohatani kaani keesa jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Boriyyaa achii kaanee Qiisaariyaa dhumnee, mana Filiphos, nama oduuu dansaa haasa'uu, duumnee waliin teenne. Innii jara torbaan Yerusalemiitti foohatan kaan keessa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bariisaa baanee gara Qisaariya'aa dhandhe. Mana namoota Dubbii Nagayaa lallaban torban keessaa mana Filiphoosiititti hara baafanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bariisaa baanee gara Qisaariya'aa dhandhe. Torba keessaa mana nama tokkoo lallabaa Oduu Nagayaa ka Filiiphoosi jedhamuu seennee isa bira teenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa itti aanutti'llee achii baanee, gara Qiisaariyaa ni deemnne, achitti'llee gargaarttota torbban woldaya keessaa gara tokko ka ta'ee, gara mana wongeelawicha Filiphosii aseenneeti, isa woliin ni teenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa achii kaanee qachaa Qiisaariya'aa geennee, namoota torba ka ergantoota qarqaariisaaf filamane keessaa tokko ka te'e, gara mana Filiphoosii lallabaa Wongeelaa dhandhee, isa bira bubbulle.