Acts 21:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni durra afur ta kennaa raaga dubbatiisaa qaddu qabaayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kunini ijoolle dubra afuri qaba, ta dubbi Waaqa hasooftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kunin ijoollee dubraa ta dubbii Waaqaa haasooftu afur qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ijoollee durbaa ta raaga dubbatan afur qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ijoollee durbaa ka raaga dubbatan afur qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee kennaa raaga dubbachuu worra qaban, ijoollee durba duudaa hin heerumin afur qaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni durra afur ta kennaa raaga dubbatiisaa qaddu qabaayyu.