Acts 22:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Obboleeyyanii fi abbootii tiyya! Amma falmata ani isinitti dhikeeffadhu kana anaaf dhage'a'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iiro, oboleyaani, abbooti, anini amma isani durati ufii dubbachu fed'a na ch'aqasa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Dhiiro, obbooleeyaan, abbootii, anin amma isan duraatti ufii dubbachuu fedhaa na caqasa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin obboleewwanii fi abboonni! amma yoo yaada kiyya isinii ibsu na dhagayaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin obboleewwanii fi abboonii amma yaada kiyya yoo isinii ibsu na dhagayaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa obboleeyyanii fi abbootii kiyya! Kunoo amma ittifata isiniif dhiyeessu ana dhageeffadhaa!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Obboleeyyanii fi abbootii tiyya! Amma falmata ani isinitti dhikeeffadhu kana naaf dhage'a'a!» jedhe.