Acts 22:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gara kiyya dhufee, ana bira dhaabbatee, ‘Obboleessa kiyya Saa'ol, ilti teeti deebitee sii dhaggitu!’ jedhe. Yoosuma ilti tiyya banantee, isa dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nati d'ufe na bira eje, Aadda Saulo, lafa argi naani jed'e. Hojuma suni anini lafa arge isale arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii gara kiyya dhufee na bira ejjee, ‘Aaddaa Saa'ol, lafa argi!’ naan jedhee; anin yoma sun lafa argee isaallee arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni na bira dhaabatee, ‹Obboleessa kiyya Saa'ol! ijji tee sii haa argitu!› naan jedhe. Anillee hennaa san isa arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee gara kiyya dhufee na bira dhaabatee, ‹Obboleessa kiyya Saa'ol, ijji tee sii haa argitu!› naan jedhe. Anillee hennaa san isa arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni gara kiyya dhufee ana bira dhabateeti, obboleessa kiyya yaa Saa'ol! ijji tee deebitee si haa argitu naan jedhe, limsatuma sanitti ijji kiyya naaf ni laale, isaan'llee ni argge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara kiyya dhufee, na bira dhaabbatee, ‹Obboleessa kiyya Saa'ol, ilti teeti deebitee sii dhaggitu!› jedhe. Yoosuma ilti tiyya banantee, isa dhagge.