Acts 22:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma maan eedda ree? Ol ka'iitii, maqaa isaa waamaa cuuphamiitii, cubbuu teeti dhiqadhu’ anaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana maani eedda? Kai, batifami, daba kanke d'iqad'u, maqa isaa yaamad'u naani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma maan eedda? Ka'ii, maqaa isaa yaammadhuu cuuphami! Cubbuu tanteellee dhiqadhu!’ ” naan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu amma maaf turta? dafii ka'iitii maqaa isaa waama'aa cuuphami, cubbuu keellee dhiqadhu.›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma maaf turta? dafii ka'iitii maqaa isaa waama'aa cuuphami, cubbuu keellee dhiqadhu.›
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa amma maal eegidda? ka'iitii maqaa isaa waamu'uun cuuphami, cubbuu kee irraa'llee miicadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma maan eedda ree? Ol ka'iitii, maqaa isaa waamaa cuuphamiitii, cubbuu teeti dhiqadhu› anaan jedhe.