Acts 22:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani gara Yerusaalemii deebi'ee, Galma Waaqaa keessatti adoo daadimatiisatti jiruu, mudhii dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi anini Yerusalemuti deebie, ato Mana Waaqaa keesa tae kad'ad'u, daayyaani wo arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin eegii Yerusaalemitti deebi'e, adoo mana Waaqaa keessa taa'ee kadhadhuu, daayyaan wa arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Haga gara Yerusaalemii deebi'een maayii mana woyyuu Rabbii keessatti uduu Rabbiin kadhadhu yaada Hafuuraa keessa gale.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gara Yerusaalemiillee haga deebi'een maayii mana woyyuu Rabbii keessatti uduu faateffadhu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaan duubatti gara Yerusaalemii deebi'ee Mana Sagadaa titti yeroo kadhadhutti, yaada hafuuraatiin liqimffamee, muldhata ni argge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani gara Yerusaalemii deebi'ee, Galma Waaqaa keessatti adoo daadimatiisatti jiruu, mudhii dhagge.