Acts 22:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mudhii san keessatti Goottaa dhagge. Inni anaan, ‘Kolbaan asii dhugaa ati anaaf baatu waan hin fudhanneef, dafiitii ariifadhuu Yerusaalem keessaa bayi’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Aabbooni, Hurrisi, Yerusalemu keesaa bahi, worri kuni dubbi tante ind'ugefatu naani jed'u d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daayyaa keessaa Aabboo argee, ‘Hurrisii, Yerusaalem keessaa ba'i! Warrii kunin dubbii tiyya ta ati himtu hindhugeeffatuu’ Adoo innii naan jedhuu dhaga'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu Gooftaan natti dubbatu arge; Inni, ‹Ammuma ariiti'iin ragaa kee waan hin fudhanneef dafii Yerusaalemiin keessaa bayi› naan jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Daddaafii Yerusaalemii bayi waan kiyya yoo raddellee siraa hin fudhatan› hennaa naan jedhu manaabaan arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan'llee natti mulidhatee, ‹ragummaa ati waayee kiyyaaf kennitu waan sirraa hin fudhanneef, uduu hin turin dadafaan Yerusaalemiin keessaa bayi!› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mudhii san keessatti Goottaa dhagge. Inni anaan, ‹Kolbaan asii dhugaa ati naaf baatu waan hin fudhanneef, dafiitii ariifadhuu Yerusaalem keessaa bayi› jedhe.