Acts 22:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani deebisee, ‘Gootta'a, akka ani Mana Waaqeffannaa Yihudootaa duudii dhaqee, worra si'itti dhugeeffate qabee tume, isaanuu hin beekan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Aabbo, worri aka anini maneeni Waaqa iti kad'atani ch'ufa keesati nama si d'ugefate hid'e d'aane imbeekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo, ‘Aabboo, warrii akka anin manneen waldeennaa cufa keessatti, nama si dhugeeffate hidhee dhaane inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana jedheen, ‹Gooftaa kiyya! ani namoota sitti amanan hidhu'uuf tuma'aa mana sagada Yihuudotaa irra akka naannaya'aa ture namoonni keenniin hin beekan;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee ‹Gooftaa kiyya!, worra sitti amanan mana sagada Yihuudotaa maraa galchu'uuf tuma'aa akka ture isaanuu hin beekan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee akkana jedheen, ‹yaa Gooftaa! Bakka wolgayi'ii mara deema'aa, worra sitti amanan maraa akka hidhee fi akka isaan dhaane, isaan mataan isaaniituu ni beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani deebisee, ‹Gootta'a, akka ani Mana Waaqonfannaa Yihudootaa duudii dhaqee, worra si'itti dhugeeffate qabee tume, isaanuu hin beekan.