Acts 22:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Isxifanoosiin dhugaa bayaan keeti ijjeeffame, aninuu achi dhaabbadhee, ijjeefamuu isaatitti wolii galee, woyaa worra isa ijjeesuu eegisatti jiraayyu’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Stefano, ka d'uga teeti, maro teetifi ijeesani, anini bira eje duisa isaa ee jed'e woya worra isa ijeesele qorqorad'e jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa Isxifaanos, ka dhugaa teetii, marroo teetiif ijjeessanii, anilleen ijjeeffamuu isaatti dhugeeffadheetti, achii ejjee wayaa warra isa ijjeessee qorqoradhe’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma dhiiga Isxifaanosii woreegamaa keetii hennaa jissan, waan isaan hojjataniin wolii galee achuma dhaabadhee uffata worra isa ajjeesanii eega'aa ture.›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra lubbuun isaanii ciincooftee du'aniif dhiiga Isxifaanoosiin fa'a hennaa jissan, ani ammoo isaan bira dhaabadhee isaaniin wolii galee uffata worra isa ajjeesanii eega'aa ture jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isxifaanosiin ragaa kee ture yeroo ajjeefametti, ani ajjeefttota bira dhaabadhee isaan woliin ni jira ture, uffata isaanii'llee ni eega ture›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Isxifanosiin dhugaa bayaan keeti ijjeefame, aninuu achi dhaabbadhee, ijjeefamuu isaatitti wolii galee, woyaa worra isa ijjeesuu eegiisatti jiraayyu› jedhe.