Acts 22:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan anaan, ‘Ani fagoo gara worra Yihudoota hin te'iinii waan si ergeef beenu’ anaan jedhe” jedhee isanitti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan naani jed'e, Kai, deemi, anini lafa fago gara gosa d'ibi si erga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Aabboon, ‘Ka'ii, deem anin lafa fagoo gara gosa dhibii ta hindhugeeffatinii si ergaa’ naan jedhe” jedhee warraatti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ‹deemi ani gara worra Yihuudii hin taanee ka biyya fago'oo si ergaa› naan jedhe.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee deemi ani gara worra Yihuudii hin taanee ka biyya fago'oo si erga› naan jedhe.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan'llee, ‹gara worra fagoo jiranii gara ummata Waaqa dhugaa titti hin amannee waan si erguuf ka'iitii deemi!› naan jedhe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan anaan, ‹Ani fagoo gara worra Yihudoota hin te'inii waan si ergeef beenu› anaan jedhe» jedhee isaanitti hime.