Acts 22:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajaan woraana Rooma'aa, Phawuloos qabanee addee quttii loltoota woraanaa akka geessanuu fi kolbaan maaf akka itti iyyitu, dikamaa akka qoratamuu ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
guddaani askarti aka mana askartitiini Paulo d'ufani hime, ammalle aka lichooni isa d'aanani mure, aka inni waan worri Pauloti iyeefi beekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
guddaan warra waraanaa akka Phaawulos mana warra waraanaatti geessanii, waan warrii Yihudii akkas isaatti iyyeef beekanii, akka lichoon isa dhaanan mure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan loltoota kumaa gara gandaa akka isa galchan ajaje; baniin maaf akka isatti iyya'aaru, tuma'aa gaafadhaa'a» jedhee isaan ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajajaan loltoota kumaa gara gandaa akka galchan ajaje. Sababa maali'iitiif akkana akka iyyan beeku'uuf tuma'aa qoradhaa'a isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajaan'llee yeroo kana argge Phaawulosiin gara mooraa lolttootaa titti akka galchaniin ni ajaje, ummanni'llee isa irratti maaliif hagana mara akka iyyu beeku'uuf, dhaanamaa akka qoratamu ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan woraana Rooma'aa, Phawuloos qabanee addee quttii loltoota woraanaa akka geessanuu fi kolbaan maaf akka itti iyyitu, dikamaa akka qoratamuu ajaje.