Acts 22:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isaan isa dikiisaaf teephaan hidhane ammoo, Phawuloos ajajaa dhibbaa ka achi dhaabbateen, “Nama Rooma'aa tokko, muraa malee dikiisi keessan seeraa?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aanicha isa hiinaani Pauloni, waan namicha isa bira ejuni jed'e, aki isani nama gosa Rumi ka wollaala iti imurini d'aantani fullaa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhaanuuf haadaan isa hiinaan Phaawulos, namicha isa bira ejuun, “Akkii isan nama Yihudii ka gosa Roomaatti gale tokko, ka wallaala itti hin murin dhaantan fulaa?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Teephaan duudhatanii hennaa Phaawuloosiin hidhan ajajaan loltuu dhibbaa ka isa bira dhaabateeruun, «Nama Rooma'aa murtii malee akka tumtan isinii eeyyamameeraa?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Teephaan duudhatanii Phaawuloosiin hennaa hidhan ajajaan loltuu dhibbaa ka isa bira dhaabateeruun, «Nama Rooma'aa, murtii malee akka tumtan isinii eeyyamameeraa?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu teephaan hidhanii dhaanu'uuf yeroo qophaayantti, ajajaa dhibbaa ka Phaawulos bira dhaabatee jiruun, «Nama lamummaa worra Roomaa qabu tokko murttii malee isa dhaanu'uuf, isinii eeyyamamee jiraa ree?» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan isa dikiisaaf teephaan hidhane ammoo, Phawuloos ajajaa dhibbaa ka achi dhaabbateen, «Nama Rooma'aa tokko, muraa malee dikiisi keessan seeraa?» jedhe.