Acts 22:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajaan woraana Rooma'aa deebisee, “Ani nama Rooma'aa te'iisaaf, beesee hedduu kaffaleera” jedhe. Phawuloosille, “Ani nama Rooma'aa te'ee dhaladhe” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddaani askarti waan jed'eeni, Anini hori gudda baase nama Rumi tahe. Pauloni waan jed'eeni, Ammo anini lafa suniti d'alad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddaan warra waraanaa kaan, “Anin horii guddaa baasee nama Roomaa ta'e” jennaan, Phaawulos, “Anin ammoo itti dhaladhe” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan loltuu kumaallee deebisee, «Ani lammummaa kana birrii hedduun argadhe» jedhe. Phaawuloos, «Ani ammo isii keessatti dhaladhe» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajajaan loltuu kumaallee deebisee, «Ani lammummaa kana, birrii hedduun argadhe» jedhe. Phaawuloos, «Ani ammoo isii keessatti dhaladhe» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajaan'llee, «Ani lamummaa kana ka bite, qarshii baay'een» jedhe, Phaawulos'llee, «Ani garuu lamummaa Roomaatii dhaladhee jira,» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan woraana Rooma'aa deebisee, «Ani nama Rooma'aa te'iisaaf, beesee hedduu kaffaleera» jedhe. Phawuloosille, «Ani nama Rooma'aa te'ee dhaladhe» jedhe.