Acts 22:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti ana woliin jiranu ifa dhaggane; ammoo qoonqoo anatti dubbattu san hin dhageenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri na woliini jiru ifsa arge male, qonqo naani dubbattu ind'ageenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii na waliin jiru ibsee argee malee, qoonqoo naan dubbattu hindhageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri na woliin jiran ifa arganii sodaatan; haa ta'uu ammo isaan laagaa inni natti dubbatu hin dhageenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri na woliin jiran ifa arganii sodaatan, haata'uu ammoo isaan laagaa inni natti dubbatu hin dhageenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni anaan woliin turan ifa yoo arggan malee, yoo inni ana dubbisu qoonqqa isaa, hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti na woliin jiranu ifa dhaggane; ammoo qoonqoo natti dubbattu san hin dhageenne.