Acts 23:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajaan woraana Rooma'aa moromaan waan o'iteef, jarri tun Phawuloos hin caccasan jedhee soodaate. Tanaaf loltooti dhaqanee, Phawuloos odduu isaaniitii baasanee, addee quttii loltootaa akka geessanu ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Moromaani aka taka inargiini d'umnaani guddaani askarti waan worri Paulo qabe gargari tarsaasu sehe. Tanaafi askarti iti erge, aka isiini gadi buute harka isaani keesa irreeni isa fuute mana ufiti isa galchitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Moroomaan akka takka hinargin dhumnaan guddaan warra waraanaa waan warrii Phaawulos qabee caccabsu sehee, tanaaf, akka warrii gadbu'ee harka isaanii keessa irreen isa fuudhee mana ufiitti isa galchuu warra waraanaa itti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa lolli guddaan ka'e ajajaan loltuu kumaa Phaawuloosiin akka hin caccabsine sodaatee loltoonni bu'anii jiddu'uu akka isa fuudhan gara ganda loltootaa akka galaniin ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa lolli guddaan ka'e ajajaan loltuu kumaa Phaawuloosiin akka hin caccabsine sodaatee loltoonni bu'aanii jiddu'uu akka isa fuudhan gara ganda loltootaa akka galaaniin ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wol dhabinniis cimaa waan deemeef namoonni Phaawulosiin akka isa hin kukutaneeniif sodaatanii ajajaan, «Bu'aatii Phaawulosiin namoota jiddu'uu butaatii baasaa! Gara mooraa woraanaa'llee fudhadhaanii!» jechuun lolttoota isaa ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan woraana Rooma'aa moromaan waan o'iteef, jarri tun Phawuloos hin caccassan jedhee sodaate. Tanaaf loltooti dhaqanee, Phawuloos odduu isaaniitii baasanee, addee quttii loltootaa akka geessanu ajaje.