Acts 23:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri kakuu tana kakatane namoota afurtama caalan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kakhate sunini nama afurtama ira jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii kakate sunin nama afurtamaa irra jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni seera wolii galte'ee kana godhan afurtamaa ol ta'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni seera woliigalte'ee kana godhan afurtamaa ol ta'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marri kana irratti namoonni woliigalan, laakkofssi isaanii afurtamaa ol ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri kakuu tana kakatane namoota afurtama caalan.