Acts 23:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan gara mootota hayyootaatii fi jaarsole'ee dhaqanee, “Nuuti haga Phawuloos ijjeennutti, hin nyaannu, hin unnu jennee jabeessinee kakanneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara qaalole gugurdofi jaarole d'aqani waan jed'ani, Nu ya kakhu jabdu kakhanne, aka woma inyaanne haga Paulo ijeemnuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara qaallolee gugurdootii fi jaarrolee dhaqanii, “Nu akka haga Phaawulos ijjeemnuutti homaa hin nyaanne ya kakuu jabduu kakanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee gara bulchoota gadootaatii fi gara manguddootaa dhufanii, «Phaawuloosiin haga ajjeefnutti womaa akka hin tundhe jabeessinee wolii kakanneerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee gara bulchoota gadootaatii fi gara manguddootaa dhufanii, «Phaawuloosiin haga ajjeefnutti womaa akka hin tundhe wol abaarree wolii kakanneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee gara itti gaafatamoota qeesotaatii fi gara jaarsotaa dhaqanii akkana jechu'uun isaanitti ni himan, «Phaawulosiin uduu hin ajjeesin midhaan akka afaaniin hin qabnneef, ciminnaan wolitti kakannee jirra,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan gara sooreyyii hayyootaatii fi jaarsole'ee dhaqanee, «Nuuti haga Phawuloos ijjeennutti, hin nyaannu, hin unnu jennee jabeessinee kakanneerra.