Acts 23:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi obboleettii Phawuloosii ammoo, mala kana waan dhage'eef, gara addee quttii loltootaa dhaqee, Phawuloositti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ilmi oboleeti Paulo dubbi tana d'ageennaani mana askarti olseene Pauloti hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii obbooleetti Phaawulos ammoo, akka warrii Phaawulos ijjeessuuf mari'ate dhageennaan, mana warra waraanaa olseenee Phaawulositti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi obboleettii Phaawuloosii ammo hennaa dhara isaanii dhagaye dhufee gara ganda loltootaa seenee Phaawuloositti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi obboleettii Phaawuloosii ammoo, dhara isaanii hennaa dhagaye, dhufee gara ganda loltootaa seenee, Phaawuloositti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu mucaan obboleettii Phaawulosii marri kana waan dhagayeef, gara mooraa lolttootaa deemee aseeneeti, Phaawulostti ni hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi obboleettii Phawuloosii ammoo, mala kana waan dhage'eef, gara addee quttii loltootaa dhaqee, Phawuloositti hime.