Acts 23:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Phawuloos ajajoota dhibbaa keessaa tokko waamee, “Dargaggeessi kun ajajaa woraana Rooma'aatitti waan himu waan qabuuf, gara isaa geessi” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni askarticha toko yaame waan jed'eeni, Kaima kana gara gudda askarti geesi. Inni woi iti himu fed'a jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phaawulos nama waraanaa tokko yaamee, “Dargaggeessa kana gara guddaa warra waraanaa geesi; innii waan itti himuu qabaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloosillee ajajaa loltuu dhibbaa keessa tokko waamee, «Mucaa kana gara ajajaa loltuu kumaa geessi waan isatti himu qabaa» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloosillee ajajaa loltuu dhibbaa keessa tokko waamee, «Mucaa kana gara ajajaa loltuu kumaa geessi waan isatti himu qaba» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos'llee ajajoota dhibbaa keessaa tokko waamee, «Mucaan kun ajajaa woraanaa titti waan himu waan qabuuf, gara isaa dhiyeessiin» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Phawuloos ajajjoota dhibbaa keessaa tokko waamee, «Dargaggeessi kun ajajaa woraana Rooma'aatitti waan himu waan qabuuf, gara isaa geessi» jedheen.