Acts 23:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajaan woraana Rooma'aa, dargaggeessa harka qabee, qofitti baasee, “Wonni ati anatti himiisaaf barbaaddu maan?” jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddaani askarti harka qabe, fulla nami injirre isa geese. Maani nati himu feeta? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddaan warra waraana dargaggeessa harka qabee, fulaa namii hinjirre geessee “Maan natti himuu feeta?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan loltuu kumaa harka qabee achiin siiqee hojja isaatitti, «Waan natti himtu qabdaa?» jedhee gaafateen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajajaan loltuu kumaa harka qabee achiin siiqee, hojja isaatitti, «Waan natti himtuu qabdaa?» jedhee gaafateen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajaan'llee harka mucaa qabee gara bakka dabal jettee deemeeniiti, «Wonitti natti himttu maali'ii?» jechuun, kophatti ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan woraana Rooma'aa, dargaggeessa harka qabee, qofitti baasee, «Wonni ati natti himiisaaf barbaaddu maan?» jedhee isa gaafate.